
Ab-suuddaa (Xuqur asmuudi) gurraacha
- Raammoo garaa keenyaaf damma waliin garaa duwwatti nyaachiftu.
- Haphina rifeensaaf shayi waliin. .
- Umrii malee harrii yaasuu ni qolata shayi waliin.
- Dhibee mata-bowwuutiif dammaa waliin..
- Dhibee kaansaariif.
- Madaa deddeebi’a ni qoorsa damma waliin
- Dhibee sukkaaraaf.
- Dhibee garaa kaasaatiif.
- Qakkeef.
- Dhukkubbii garaa laaleessu..
- Dhibee ija gogaa dhukubu nifura.
- Utaalloof
- Fooli badaa afaan keessaa nurraa ittisa.
- Dhukkubbii maashaaf bayeessa.
- Dhukkubbii dugdaatiif..
- Dhukkubbii garaa walitti hacuucu.
- Dhukkubbii ilkaaniif,
- Infekshinii irgaaf ni tola..
- Hooqxoo qaama.
- Ho’insa qaama dabaluuf.
- Dhibee himna humna nama qabuuf. .
- Dadhabina onnee qolachuuf nigargaara.
- Bareedina gogaa keenyaaf ni tola…
- Kintarrotii nifoyyeessa akawama isaa daaka daaraa isaa sana jiisa jirbiin keessa galcha.. Firiin kun dhibewwaan gara garaatiif heeddu gargaara akka jiru qoronnowwan wirtuu omisha dawaa ibsaa jiru
-Akkaataan soorata isaa nyaata waliin.
-Shayi waliin
-Damma waliin.
- Buna waliin.
- Bishaan waliin
Akkamiitti nyaatamuu qaba
=Daakama isaa otoo hin bilchoofne
=Sodaa garaachi daaku dadhabuuf immoo xiqqo akawama.
=Zeeytii (cunfaa) isaa





